LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/12 ful. 3
  • Sagantaa Torban Caamsaa 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 5/12 ful. 3

Sagantaa Torban Caamsaa 28 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 28 JALQABU

Faarfannaa 49⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 7/1 ful. 26 key. 5-ful. 28 key. 7fi saanduqa ful. 27 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Er. 49-50 (Daq. 10)

Lakk. 1: Er. 49:28-39 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Maqaan Yihowaa “Gimbii Jabaa” Kan Taʼe Akkamitti?—Fak. 18:10 (Daq. 5)

Lakk. 3: Mootummaan Waaqayyoo Namoota Duʼan Ni Kaasa—rs ful. 231, key. 1-4 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 38

Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼeef qophaaʼetti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Waxabajjiitti qayyabannaan Macaafa Qulqulluu akkamitti akka jalqabamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 25: “Amantii Hojiidhaan Deggerameefi Dhugaa Baatonni Yihowaa Argisiisan, Kutaa 2: Ifichi Haa Ifu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan keeyyata jalqabaafi xumuraarra jiran seensaafi xumurarratti fayyadami.

Faarfannaa 45⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi