Sagantaa Torban Onkoloolessa 8 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 8 JALQABU
Faarfannaa 28fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 6/15 ful. 17-19 key. 8-13 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Dan. 7-9 (Daq. 10)
Lakk. 1: Dan. 7:13-22 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Gadda Duuti Hiriyaa Gaaʼelaa Keessanii Isinirraan Gaʼu Moʼuuy—fy ful. 170-172, key. 20-5 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yihowaan Amanamaa Kan Taʼe Karaawwan Kamiini? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Yommuu Namni Tokko, ‘Yeroo Hin Qabu’ Jedhu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 19, keeyyata 5 hanga fuula 20, keeyyata 4rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Deebiiwwan achirratti ibsaman, akkasumas kan namoonni kennaniifi naannoo tajaajilaa keessaniif buʼa qabeessa taʼee argattan kan biraa tokko tokkorratti mariʼadhaa. Hojiin argisiisni gabaabaan lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 21:12-16fi Luqaas 21:1-4 akka dubbifamu godhi. Barumsa seenaawwan kanarraa argamurratti mariʼadhaa.
Daq. 10: “Tajaajila Gara Galgalaa Raawwatamurratti Hirmaachuu Ni Dandeessuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yommuu keeyyata 2rratti mariʼattan, muuxannoo yeroo galgala tajaajilanitti argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Faarfannaa 47fi Kadhannaa