LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/12 ful. 7
  • Sagantaa Torban Muddee 31 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 31 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 31 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 12/12 ful. 7

Sagantaa Torban Muddee 31 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 31 JALQABU

Faarfannaa 23⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w10 8/15 ful. 23-25 key 1-10 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mil. 1-4 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 3

Daq. 10: “Mataduree Haaraa Itti Fufiinsaan Masaraa Eegumsaarratti Baʼu.” Haasaa. Akkaataa dhiheenyaa Tajaajila Mootummaarratti maxxansa haaraa raabsuuf baʼetti fayyadamuudhaan, Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Amajjiitti barruuleetti fayyadamuudhaan akkamitti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akka dandaʼamu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Luqaas 10:38-42 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ibsi.

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Amajjiifi Guraandhalatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamu erga ibsitee booda, yaadawwan dhihaatan irratti hundaaʼuudhaan hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 55⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi