LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/13 ful. 3
  • Sagantaa Torban Amajjii 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 1/13 ful. 3

Sagantaa Torban Amajjii 28 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 28 JALQABU

Faarfannaa 29⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 1 key. 1-8 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mat. 16-21 (Daq. 10)

Lakk. 1: Mat. 17:22–18:10 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Iyaasuun, “Abdii” Yihowaan Kenne Warri Kam Yeroo Raawwataman Argeera?​—Iya. 23:14 (Daq. 5)

Lakk. 3: Waaqayyo Maqaa Qaba​—lr boq. 4 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 55

Daq. 5: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jirutti fayyadamuudhaan, Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Bitootessaatti hojiin argisiisni akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 25: “Obbolummaa Amantootaa Jaalladhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan keeyyata jalqabaafi xumurarratti argaman, yaada seensaafi xumuraa godhii gabaabaatti itti fayyadami.

Faarfannaa 53⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi