Sagantaa Torban Caamsaa 13 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 13 JALQABU
Faarfannaa 4fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 6 key. 1-8 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Yoh. 5-7 (Daq. 10)
Lakk. 1: Yoh. 6:22-40 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Wal Loluun Sirriidhaa?—lr boq. 19 (Daq. 5)
Lakk. 3: Seera Buʼuuraa Lakkoobsa 15:37-40rra Jiru Hojiirra Oolchuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Barreeffama Waxabajjiifi Adoolessatti Raabsamu. Haasaadhaan kan dhihaatu. Tiraaktonni jiʼoota kanatti raabsaman kun fedhii namootaa kan hawwatan maaliif akka taʼe gabaabsii ibsi. Yeroo manaa gara manaatti tajaajillu, hojiin argisiisni tiraaktota kana akkamitti raabsuun akka dandaʼamu argisiisu tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 5:11, 12fi Maatewos 11:16-19 akka dubbifamu godhi. Seenaawwan kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼan ibsi.
Daq. 10: “Lallabuuf Kan Nu Kakaasu Maalidha?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 51fi Kadhannaa