Sagantaa Torban Fulbaana 30 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 30 JALQABU
Faarfannaa 30fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 12, key. 16-21 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Gal. 1-6 (Daq.10)
Lakk. 1: Gal. 1:18–2:10 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Yihowaafi Ilmasaa Yaadachuu—lr boq. 37 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yihowaan, Waaqeffannaan Kan Isaaf Malu Maaliifi?—Mul. 4:11 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Afeeruu Ni Dandeessaa?” Mareedhaan kan dhihaatu. Dhumarratti, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa ji’a Onkoloolessaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka danda’amu argisiisu akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Malawwan Misiraachicha Lallabuun Itti Danda’amu—Namoota Afaan Hundumaa Dubbataniif Lallabuu. Kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’e (Amaariffa) jedhamu, fuula 104, keeyyata 2, hanga fuula 105, keeyyata 3rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Matumaa Hin Yaadda’inaa. (Mat. 6:31-33) Kitaaba Waggaa 2013, fuula 138, keeyyata 3, hanga fuula 139, keeyyata 3rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 40fi Kadhannaa