Sagantaa Torban Onkoloolessa 21 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 21 JALQABU
Faarfannaa 33fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 13 key. 17-23 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Tas. 1-5–2 Tas. 1-3 (Daq. 10)
Lakk. 1: 1 Tas 2:9-20 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Wanta Gaariifi Wanta Gadhee Solomoon Raawwaterraa Barumsa Maalii Arganna?—Rom. 15:4 (Daq. 5)
Lakk. 3: Waaqayyoon Gammachiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—lr boq. 40 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 15: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maarqos 1:40-42, Maarqos 7:32-35fi Luqaas 8:43-48 akka dubbifamu godhi. Seenaawwan kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka danda’an mari’adhaa.
Daq. 15: “Ijoollee Keessan Barsiisuuf Weeb Saayitii Keenyatti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yeroo keeyyata 3rratti mari’attan, mataduree “Parents’ Guide” jedhu eessatti akka argatan ibsi; akkasumas qajeelfamawwan achirratti ibsaman keessaa tokko akka fakkeenyaatti caqasi. Yommuu keeyyata 4rratti mari’attanimmoo, maatiiwwan waaqeffannaa maatii yeroo godhanitti Weeb saayitii keenyatti akkamitti akka fayyadaman yaada akka kennan afeeri.
Faarfannaa 41fi Kadhannaa