LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Sadaasa 11 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 11 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 11 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 11/13 ful. 1

Sagantaa Torban Sadaasa 11 Jalqabu

TORBAN SADAASA 11 JALQABU

Faarfannaa 20fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 14 key. 16-20 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Ibr. 1-8 (Daq. 10)

Lakk. 1: Ibr. 4:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: ‘Ogummaa Waaqarraa’ Akka Qabnu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?​—Yaq. 3:17, 18 (Daq. 5)

Lakk. 3: Hojii Hojjechuu Kan Qabnu Maaliifi?​—lr boq. 42 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 25

Daq. 10: Namoota Kaan Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti? Haasaa Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2013, fuula 8-9⁠rratti hundaa’eefi jaarsi gumii dhiheessu.

Daq. 10: Sodaa Yeroo Lallabnu Nutti Dhaga’amu Akkamitti Mo’uu Dandeenya? Gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaa’ee mariidhaan kan dhihaatu: (1) Kadhannaan, yeroo manaa gara manaa deemnee lallabnu akka hin sodaanne kan nu gargaaru akkamitti? (2) Qophii gaarii gochuun, sodaa keenya kan nuu hir’isu maaliifi? (3) Ilaaltuu olaanaa aanaa wajjin ennaa tajaajillu akka hin sodaanne maaltu nu gargaaruu danda’a? (4) Yeroo baay’ee tajaajilarratti hirmaachuun keenya, sodaa kan nuu hir’isu maaliifi? (5) Sodaa akka mootu kan si gargaare maalidha?

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa​—Hose’aa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 37fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi