LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Muddee 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 1

Sagantaa Torban Muddee 8 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 8 JALQABU

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

jl barumsa 7-8 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 1-5 (Daq. 10)

Lakk. 1: Iya. 1:1-18 (Daq.4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 21A Amantiin Dhugaa Baatota Yihowaa Haaraadhaa? (Daq. 5)

Lakk. 3: Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu Kan Qabnu Maaliifi?—bh boq. 17 key. 1-8 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: Qabeenya gaarii adaraa nutti kenname keessaa “waan gaarii” baasuu.—Mat. 12:35a.

Faarfannaa 40

Daq. 10: “Waan Gaarii” Jiʼa Kanatti Eeggannu. Haasaadhaan kan dhihaatu. Yaada ijoo jiʼichaa ibsi. (Mat. 12:35a) Dhugaa Baatuu Yihowaa waaʼee dhugaa nu barsiiserraa qabeenya hafuuraa arganneerra. (Masaraa Eegumsaa, Ebla 1, 2002, (Amaariffa) ful. 16, key. 5-7 ilaali.) Nutis dabaree keenya “wanta gaarii” qabnu warra kaaniif hiruu qabna. (Gal. 6:6) “Waan gaarii” jiʼa kanatti eeggannuufi Walgaʼii Tajaajilaa ittaanurratti barannu hawwiidhaan akka eeggatan godhi. Dandeettii barsiisuu keenya akka guddifannuufi faarfannaawwan haaraa faarfachuu barachuuf gargaarsa arganna.

Daq. 20: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutti Fayyadamuudhaan Qayyabannaa Jalqabsiisuu” Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaan dandeettii gaarii qabu tokko ykn qajeelchaan tokko kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutti fayyadamee qayyabanna Macaafa Qulqulluu yommuu geggeessu hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi.

Faarfannaa 44⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi