LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Muddee 22 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 22 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 22 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 3

Sagantaa Torban Muddee 22 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 22 JALQABU

Faarfannaa 44⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

jl barumsa 11-12 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 9-11 (Daq. 10)

Lakk. 1: Iya. 9:16-27 (Daq 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 22B Fayyuuf Yesusitti Amanuun Barbaachisaa Kan Taʼe Maaliifi? (Daq. 5)

Lakk. 3: Waaqayyoon Tajaajiluu Akka Barbaaddu Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti?—bh boq. 18 key. 1-4 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: Qabeenya gaarii adaraa nutti kenname keessaa “waan gaarii” baasuu.—Mat. 12:35a.

Faarfannaa 20

Daq. 5: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 25: “Manni Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii 2015 Dandeettii Barsiisuu Keenya Fooyyeffachuuf Nu Gargaara.” Ilaaltuu olaanaa Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa mareen irratti godhamuu isaa dura keeyyatoonni muraasni akka dubbifamu filachuu dandaʼa. Jijjiirama Kutaa Lakk. 1, yeroo Yaada Ijoo Dubbisa Macaafa Qulqulluufi gorsa ilaaltuun mana barumsichaa kennu irratti godhame ibsi. Keeyyanni 7 dubbifamee erga irratti mariʼattanii booda jaarsi gumii tokko buukleetii Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu jedhamu fuula 14⁠rratti hundaaʼee haadha manaasaafi mucaasaanii wajjin qayyabannaa maatii yommuu geggeessu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Leenjii tiʼookraasii baayʼee gaarii taʼeefi mana barumsichaarraa argamu, akkasumas kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiirraa Fayyadami jedhamutti akka gaariitti akka itti fayyadaman hundasaanii jajjabeessi.

Faarfannaa 18⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi