Sagantaa Torban Amajjii 19 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 19 JALQABU
Faarfannaa 43 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
jl barumsa 19-20 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Abo. 1-4 (Daq. 8)
Lakk. 1: Abo. 3:1-11 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Waaʼee Waaqayyoo Barachuu Kan Dandeessu Akkamitti?—igw ful. 4 key. 1-4 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yaada Garaa Geeddarachuufi Of Murteessuu—bh boq. 18 key. 12-16 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Karaa hundumaan of gad deebisuudhaan, gooftaadhaaf hojjedhaa.’—HoE. 20:19.
Daq. 10: Buukleetii Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru Jedhamutti Fayyadamaa Jirtuu? Gaaffii armaan gadii irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu: (1) Caqasawwan armaan gadii yeroo dubbisnu buukleetiin kun kan nu gargaaru akkamitti? (a) Abboota Firdii 16:1-3, (b) Luqaas 6:17, akkasumas (c) Roomaa 15:19 (2) Jechoota kanneen akka kanaa gadii hubachuuf kan nu gargaaru hoo akkamitti? (a) “Omer” fi “eefaa” (Bau. 16:32, 36), (b) “sheeqelii” (Lak. 31:52), (c) “Abiib” fi “Niisaan” (Kes. 16:1). Obboloonni meeshaa kanatti akka fayyadaman jajjabeessuudhaan xumuri.
Daq. 10: Gooftaadhaaf Hojjechuun Abdii Kutachuu Dhiisuu Fi Kakaʼumsa Qabaachuu Gaafata. Kitaaba Waggaa 2014, fuula 59, keeyyata 1 hanga fuula 62, keeyyata 1, akkasumas fuula 67, keeyyata 2 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: “Tajaajila Irratti Guddina Gochuu Keessan Itti Fufaa.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 20 Fi Kadhannaa