LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/15 ful. 1
  • Sagantaa Torban Bitootessa 9 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 9 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Sagantaa Torban Bitootessa 9 Jalqabu
  • TORBAN BITOOTESSA 9 JALQABU
  • Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
  • Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
  • Walgaʼii Tajaajilaa:
Tajaajila Mootummaa—2015
km 3/15 ful. 1

Sagantaa Torban Bitootessa 9 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 9 JALQABU

Faarfannaa 10 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 1 key. 16-20 fi saanduqa ful. 15 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 1-4 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sam. 2:30-36 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Macaafni Qulqulluun Waaʼee Masiihichaa Raajii Akkamii Dubbateera?—igw ful. 10 (Daq. 5)

Lakk. 3: Jireenya Dhugaa Argachuuf Carraaqqii Godhi—bh boq. 19 key. 20-23 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hojii Gaarii Hojjechuuf Qophaaʼaa.’—Tiitoos 3:1.

Faarfannaa 45

Daq. 10: ‘Hojii Gaarii Hojjechuuf Qophaaʼaa.’ Yaada ijoo jiʼichaa irratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Fakkeenya 21:5, Tiitoos 3:1 fi 1 Phexros 3:15 dubbisuudhaan irratti mariʼadhaa. Akka gaariitti qophaaʼuun Kiristiyaanota kan gargaaru akkamitti akka taʼe ibsi. Kutaawwan jiʼa kanatti walgaʼii tajaajilaa irratti fudhataman gabaabsii ibsi, akkasumas yaada ijoo jiʼichaa wajjin akkamitti akka wal qabatu ibsi.

Daq. 10: Gaafannoo Ilaaltuu Ol Aanaa Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiitiif Godhamu. Itti gaafatamummaan kee maalfaa dabalta? Torban torbaniin mana barumsichaa geggeessuuf akkamitti qophoofta? Barattoonni kutaa isaaniif kennamu sirriitti qophaaʼuu kan qaban maaliifi? Dhaggeeffattoonni gara walgaʼii dhufuu isaanii dura barumsawwan fudhataman dubbisuun isaanii faayidaa maalii isaaniif argamsiisa?

Daq. 10: “Ayyaana Yaadannootiif Qophaaʼaa Jirtuu?” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaada Tajaajila Mootummaa Bitootessa 2013 fuula 2 irratti argamu gabaabsii ibsi. Hojiin argisiisni babalʼisaan tokko keessummaa Ayyaana Yaadannoo irratti argamuuf dhufe utuu simatuu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 8 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi