LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/15 ful. 8
  • Sagantaa Torban Ebla 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 6 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 3/15 ful. 8

Sagantaa Torban Ebla 6 Jalqabu

TORBAN EBLA 6 JALQABU

Faarfannaa 16 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 3 key. 1-9 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 16-18 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sam. 18:17-24 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Rakkina Namootarra Gaʼuuf Kan Itti Gaafatamu Waaqayyodhaa?—igw ful. 14 key. 1-4 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Kiristos—Masiihii Isa Abdachiifame—bh ful. 199-201 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hojii Gaarii Hojjechuuf Qophaaʼaa.’—Tiitoos 3:1.

Faarfannaa 26

Daq. 10: Jiʼa Eblaatti Barruulee Raabsaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa lamaan kennamanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni barruuleen kun akkamitti akka raabsaman argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis tokkoon tokkoon akkaataa dhiheenyaa irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mata duree, “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Dandeettii Barruulee Raabsuu Guddifachuu” jedhu hojii irra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Faarfannaa 27 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi