Sagantaa Torban Ebla 13 Jalqabu
TORBAN EBLA 13 JALQABU
Faarfannaa 6 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 3 key. 10-19 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 19-22 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Sam. 21:10–22:4 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu Ilaalchisee Dhugaan isaa Maali dha?—bh ful. 201-202 (Daq. 5)
Lakk. 3: Rakkinni Namoota irra Kan Gaʼu Maaliifi?—igw ful. 15 key. 1-4 (Daq. 5
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Yeroo isiniif kennametti hojjechuudhaan’ akka warra ogeessotaatti jiraadhaa.—Efe. 5:15, 16.
Daq. 10: ‘Yeroo isiniif kennametti hojjechuudhaan’ akka warra ogeessotaatti jiraadhaa. Haasaa yaada ijoo jiʼichaa ibsu.—Efe. 5:15, 16; Masaraa Eegumsaa, Caamsaa 15, 2012, ful. 19-20, key. 11-14 ilaali.
Daq. 20: “Tajaajila Irratti Yeroo Keessanitti Sirriitti Fayyadamaa.” Mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 44 Fi Kadhannaa