LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/15 ful. 12
  • Sagantaa Torban Caamsaa 4 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 4 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 4 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 4/15 ful. 12

Sagantaa Torban Caamsaa 4 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 4 JALQABU

Faarfannaa 33 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 4 key. 11-18 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 1-3 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sam. 2:24-32 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Irbaata Gooftaa—Ayyaana Waaqayyoof Ulfina Fidu—bh ful. 206 (Daq. 5)

Lakk. 3: Abdiiwwan Macaafa Qulqulluu Yeroo Dhihootti Raawwii Isaanii Argatan—igw ful. 16 key. 4–ful. 17 key. 1 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Yeroo isiniif kennametti hojjechuudhaan’ akka warra ogeessotaatti jiraadhaa.—Efe. 5:15, 16.

Faarfannaa 43

Daq. 10: Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa. Barruuleen yommuu raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu gochuun ni dandaʼama.

Daq. 5: Barreeffama Caamsaa Fi Waxabajjiitti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamuu ibsi. Hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Naannoo Baayʼinaan Itti Hin Lallabamnetti Lallabuu—Yerootti Akka Gaariitti Fayyadamuu! Maree jaarsaan dhihaatu; jaarsa kanaan dura naannoo baayʼinaan itti hin lallabamne deemee tajaajile yoo taʼe ni filatama. Viidiyoo Naannoo Fagoo Deemanii Tajaajiluu—Awustiraaliyaa jedhamu taphachiisi. (jw.org baniitii kutaa WAAʼEE KEENYA > HOJIIWWAN jedhu jala ilaali.) Maatiin viidiyoo kana irratti argaman naannoo baayʼinaan itti hin lallabamne deemuun isaanii dhiibbaa gaarii akkamii akka isaan irratti geessise mariʼadhaa. Babalʼisaa kanaan dura naannoo baayʼinaan itti hin lallabamne deemee tajaajileef gaafannoo godhi. Maatii isaanii, tajaajila isaanii fi karaa hafuuraa dhiibbaa gaarii akkamii isaan irratti geessise? Akkas gochuuf karoora akkamii baafatanii turan? Namni naannoo baayʼinaan itti hin lallabamne deemee tajaajiluu barbaadu jiraannaan jaarsoliin gammachuudhaan isa gargaaru. Naannoo baayʼinaan itti hin lallabamne deemanii tajaajiluun mala gaarii yeroo keenyatti akka gaariitti fayyadamuuf gargaaru akka taʼe ibsi.

Faarfannaa haaraa mata duree “Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa” jedhu qabuu fi Kadhannaa

Hubachiisa: Gumichi faarfannaa haaraa kana faarfachuu isaa dura, al tokko muuziqaa faarfannichaa guutummaa isaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi