LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 6
  • Maatiin Keessan Yihowaa Akka Yaadatu Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maatiin Keessan Yihowaa Akka Yaadatu Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qophii Maatiiwwan Gargaaruuf Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Waaqeffannaa Maatii—Gammachiisaa Gochuu Ni Dandeessaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • ‘Dubbiin Kun Garaa Kee Keessa Haa Taaʼu!’
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Maatiidhaan Yihowaa Waaqeffadhaa
    Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 6

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Maatiin Keessan Yihowaa Akka Yaadatu Gargaaraa

Ermiyaas, Yihudoonni Waaqa isaanii Yihowaa irraanfachuun isaanii badiisa akka isaanitti fidu akka isaan akeekkachiisuuf itti gaafatamummaan isaaf kennamee ture. (Er 13:25) Sabichi karaa hafuuraa haala gaddisaa akkasii keessa galuu kan dandaʼe akkamitti? Maatiiwwan Israaʼel karaa hafuuraa walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qaban dhabanii turan. Kanaaf, mataawwan maatii qajeelfama Yihowaan Keessa Deebii 6:5-7 irratti kenne utuu hin hordofin akka hafan haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama.

Warri qeentee taʼan Waaqeffannaa maatii godhachuu ni dandaʼu; maatiin tokko Waaqeffannaa Maatii isaa irratti kaartaa biyyoota Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamanittii yommuu fayyadamu

Yeroo harʼaattis, maatiin karaa hafuuraa cimaa taʼe gumiin gabiidhaan akka jiraatu gochuu irratti shoora ol aanaa qaba. Mataawwan maatii Waaqeffannaa Maatii dhaabbataa fi gammachiisaa taʼe gochuudhaan maatiin isaanii Yihowaa akka yaadatu gargaaruu ni dandaʼu. (Far 22:27) Viidiyoo ‘Dubbiin Kun Garaakee Keessa Haa Taaʼu’—Viidiyoo Gaafannoo Maatiiwwanii Wajjin Taasifame jedhamu erga ilaaltanii booda, gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kennuuf yaalaa:

  • Maatiiwwan tokko tokko Waaqeffannaa Maatii wajjin haala wal qabateen rakkoowwan baramaa taʼan moʼuu kan dandaʼan akkamitti?

  • Sagantaan Waaqeffannaa Maatii dhaabbataa fi gammachiisaa taʼe jiraachuun isaa faayidaa akkamii qaba?

  • Waaqeffannaa Maatii wajjin haala wal qabateen haala rakkisaa akkamiitu na mudachuu dandaʼa? Tarkaanfiiwwan akkamiin fudhachuu dandaʼa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi