LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Bitootessa ful. 7
  • Israaʼeloonni Yihowaa Irraanfatan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Israaʼeloonni Yihowaa Irraanfatan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ermiyaas Waa’ee Yihowaa Dubbachuu Hin Dhiisne
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • Akkuma Ermiyaas Ija Jabeeyyii Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Bitootessa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 12-16

Israaʼeloonni Yihowaa Irraanfatan

Yihowaan, Ermiyaas hojii ulfaataa of tuulummaa fi of bobbokoksuu, Yihudaa fi Yerusaalem balleessuuf akka murteesse fakkeenyaan ibsu akka raawwatuuf isaaf kennee ture.

Ermiyaas Yerusaalemii gara Laga Efraaxiis dhaqee deebiʼe

Ermiyaas sabbata quncee talbaa irraa hojjetame bitate

13:1, 2

  • Akkuma sabbanni mudhii namaatti maxxanu, sabni Israaʼelis akka fakkeenyaatti Yihowaatti maxxanee ture

Ermiyaas sabbaticha fudhatee gara Laga Efraaxiis dhaqe

13:3-5

  • Sabbaticha erga holqa dhagaa kattaa keessa dhoksee booda Yerusaalemitti deebiʼe

Ermiyaas sabbaticha fiduuf deebiʼee gara Laga Efraaxiis dhaqe

13:6, 7

  • Sabbatichi bososee ture

Yihowaan, Ermiyaas hojii isaaf kenname erga xumuree booda hiika wanta kanaa isaaf ibse

13:8-11

  • Carraaqqiin Ermiyaas buʼaa kan hin qabne fakkaatus, garaa guutuudhaan ajajamuun isaa carraaqqii Yihowaan garaa saba isaa tuquuf godhe irratti Ermiyaas gumaacha ol aanaa akka qabaatu godheera

KANA BEEKTAA?

Fageenyi Yerusaalemii fi Laga Efraaxiis gidduu jiru gara kiiloo meetira 500 taʼa. Kanaaf, Ermiyaas dhaqaa gala gara kiiloo meetira 2,000 deemuu kan isa gaafate siʼa taʼu, kun immoo jiʼoota muraasaaf miillaan deemuu isa gaafata ture.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi