LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 5
  • Yaaddaʼuu Keessan Dhiisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaaddaʼuu Keessan Dhiisaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • “Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Jaalala Amanamaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yaaddaʼuu Keessan Dhiisaa

Simbirroo; abaaboowwan

Yesuus lallaba gaaraa irratti “Waaʼee jireenya keessanii . . . yaaddaʼuu keessan dhiisaa” jedhee ture. (Mat 6:25) Namoonni cubbuu dhaalan addunyaa Seexanaa kana keessa hamma jiraatanitti al tokko tokko yaaddaʼuun isaanii kanuma jiru taʼus, Yesuus duuka buutonni isaa garmalee akka hin yaaddofne barsiiseera. (Far 13:2) Maaliif? Wantoota guyyaa guyyaatti barbaachisaniif illee garmalee dhiphachuun, yaanni keenya akka hihhiramu gochuudhaan hundumaa dura Mootummicha barbaaduun caalaatti akka nutti ulfaatu gochuu ni dandaʼa. (Mat 6:33) Dabalataanis wanti Yesuus dubbate yaaddoo hin barbaachisne irraa akka fagaannu nu gargaara.

  • Mat 6:26—Simbirroota ilaaluudhaan maal barachuu dandeenya? (w16.07 9-10 key. 11-13)

  • Mat 6:27—Garmalee yaaddaʼuun yeroo fi humna balleessa kan jennu maaliifi? (w05-AM 11/1 22 key. 5)

  • Mat 6:28-30—Abaaboowwan bakkee irraa maal barachuu dandeenya? (w16.07 10-11 key. 15-16)

  • Mat 6:31, 32—Kiristiyaanonni saboota kaan irraa adda kan taʼan karaawwan kamiini? (w16.07 11 key. 17)

Waaʼee wantoota akkamii yaaddaʼuu dhiisuun barbaada?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi