LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 7
  • “Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaaddaʼuu Keessan Dhiisaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maallaqni Hundee Wantoota Miidhaa Geessisan Hundumaa Tii?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Kitaabni Qulqulluun Hojii fi Maallaqa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Iccitii Waan Qabanitti Gammadanii Jiraachuu Baratteettaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”

Harka qalleeyyii yoo taane wanta hariiroo Yihowaa wajjin qabnu nu jalaa mancaasu gochuuf qoramuu dandeenya taʼa. Fakkeenyaaf, carraa maallaqa hedduu itti argannu garuummoo Yihowaa tajaajiluun caalaatti ulfaataa akka nutti taʼu godhu argachuu dandeenya. Haa taʼu malee, Ibroota 13:5 irratti xiinxaluun keenya nu gargaara.

“Akkaataan jireenyaa keessan jaalala maallaqaa irraa walaba haa taʼu”

  • Ilaalcha maallaqaaf qabdan kadhannaadhaan gamaaggamaa, ijoollee keessaniifis fakkeenya akkamii taʼaa akka jirtan yaadaa.—g 10/15 6.

“Wantoota amma qabdanitti gammadaa jiraadhaa”

  • Ilaalcha wanta dhugumaan isin barbaachisuuf qabdan sirreessaa.—w16.07 7 key. 1-2.

“Ani matumaa si hin dhiisu, matumaas si hin gatu”

  • Mootummichaaf dursa kennuu keessan yoo itti fuftan Yihowaan wanta jireenyaaf isin barbaachisu akka argattan akka isin gargaaru amanannaa qabaadhaa.—w14 4/15 21 key. 17.

Suuraawwan garaa garaa: Suuraawwan viidiyoo “Obboloonni Keenya Nagaa Argachaa kan Jiran Akkamitti?​​—⁠Rakkinni Diinagdee Jiraatus” jedhu irraa fudhataman. 1. Migeel alatti bukoo bukeessaa jira. 2. Uffata tokkosaa jira. 3. Hojii suuqii m⁠i⁠ʼa itti gurguran keessatti hojjetu dhaquu isaa dura fuullee keessatti of ilaalee seeqaa jira.

VIIDIYOO OBBOLOONNI KEENYA NAGAA ARGACHAA KAN JIRAN AKKAMITTI?—RAKKINNI DIINAGDEE JIRAATUS JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFII ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Muuxannoo Migeel Noovowaa irraa maal barattan?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi