LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Ta’u
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 1
Jarman keessatti obboloonni mana hidhaa hojiin humnaa itti hojjetamu keessaa bilisa erga baafamanii booda illee bara 1945⁠tti yuunifoormii mana hidhaa uffatanii utuu jiranii

Bara 1945⁠tti Jarman keessatti obboloota amanamoo mana hidhaatii gadhiifaman

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Waaqayyo namoota garaadhaa isa barbaaddatan ilaalchisee maaltu isatti dhagaʼama?

Caqasa: 1Ph 5:6, 7

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo dhuunfaatti xiyyeeffannaa hammamii nuuf kenna?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Waaqayyo dhuunfaatti xiyyeeffannaa hammamii nuuf kenna?

Caqasa: Mat 10:29-31

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo akka nu hubatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Waaqayyo akka nu hubatu beekuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Far 139:1, 2, 4

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kan nuuf yaadu taʼuun isaa kan nu fayyadu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi