Fulbaana 2-8
IBROOTA 7-8
Faarfannaa 16 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Akka Malkiseedeqitti Bara Baraaf Luba Dha”: (Daq. 10)
Ibr 7:1, 2—Malkiseedeq inni mootii fi luba ture Abrahaamii wajjin yeroo wal arganitti isa eebbiseera (it-2-E 366)
Ibr 7:3—Malkiseedeq “hidda dhalootaa hin qabu” ture, akkasumas “yeroo hundumaa luba taʼee jiraata” (it-2-E 367 key. 4)
Ibr 7:17—Yesuus “akka Malkiseedeqitti bara baraaf luba dha” (it-2-E 366)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 8:3—Kennaawwanii fi aarsaawwan Seera Musee keessatti dhihaachaa turan gidduu garaagarummaa maaliitu jira? (w00-AM 8/15 14 key. 11)
Ibr 8:13—Kakuun Seerichaa bara Ermiyaasitti “yeroon kan itti darbe” kan taʼe akkamitti? (it-1-E 523 key. 5)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 7:1-17 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 9 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) it-1-E 524 key. 3-5—Mata Duree: Kakuu Haaraan Maali Dha? (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 15) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi. Kan dandaʼan yoo taʼe waajjira muummee ykn waajjira damee naannoo isaanii jiru akka daawwatan hunduma isaanii jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 63
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa