LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 12
  • Yihowaan Namaaf ni Yaada

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Namaaf ni Yaada
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barumsa Jireenya Saamuʼel Irraa Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Fuulleettan Isa Morme”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 12
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Saamuʼel inni ijoollee ture yommuu Yihowaan isatti dubbatu dhagaʼaa jira. 2. Saamuʼel ergaa Yihowaa Eeliitti himaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Namaaf ni Yaada

Saamuʼel waan Eeliin isa waamaa jiru itti fakkaatee ture (1Sa 3:4-7; w18.09 24 key. 3)

Yihowaan Saamuʼeliin waamaa kan jiru isa akka taʼe ifa godhe (1Sa 3:8, 9)

Yihowaan Saamuʼel isa ijoollee tureef garaadha akka yaadu argisiiseera (1Sa 3:15-18; w18.09 24 key. 4)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ijoolleedhaafis taʼe namoota guguddaadhaaf akkan yaadu karaawwan kamiinan argisiisuu dandaʼa? Walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa irratti warra kaaniif akkan yaadu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi