LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 15
  • Jaalala Amanamaa Yihowaa Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalala Amanamaa Yihowaa Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Yihowaan Baayʼee Si Jaallata
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Jaalala Yihowaadhaaf Qabnu Argisiisuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 15

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalala Amanamaa Yihowaa Hordofaa

Yihowaan jaalala amanamaa argisiisuu irratti fakkeenya hunda caalu nuuf taʼa. (Fr 103:11) Jaalalli akkasii miira jaalalaa yeroo muraasaaf qofa namatti dhagaʼamee badu miti. Jaalalli amanamaan hariiroo cimaa yeroo dheeraadhaaf turu dabalata. Yihowaan saba isaa Israaʼelitti amala kana karaa baayʼeedhaan argisiiseera. Garbummaa warra Gibxii jalaa isaan baasee Biyyattii Abdachiifamtetti isaan galcheera. (Fr 105:42-44) Saba isaaf loleera, akkasumas yeroo cubbuu raawwatanitti irra deddeebiʼee dhiifama isaaniif godheera. (Fr 107:19, 20) Waaʼee ‘gochawwan Yihowaa warra jaalala isaa isa amanamaa irratti hundaaʼanii of eeggannoodhaan yommuu ilaallu’ isa fakkaachuuf kakaana.—Fr 107:43.

Suuraawwan garaa garaa: Suuraawwan viidiyoo “Gochawwan Yihowaa Warra Jaalala Isaa Isa Amanamaa Irratti Hundaaʼan Of Eeggannoodhaan Ilaalaa” jedhu irraa fudhataman. 1. Obboleessi Kaapraa fi obboleessi kan biraan obboleettii tokko mana ishiitti haasofsiisaa jiru. 2. Obboleessi Kaapraan inni obboloota kaanii wajjin hidhamee jiru, obboleessa dhukkubsatee siree irra ciisee jiruuf nyaata kennaa jira.

VIIDIYOO ‘GOCHAWWAN YIHOWAA WARRA JAALALA ISAA ISA AMANAMAA IRRATTI HUNDAAʼAN OF EEGGANNOODHAAN ILAALAA’ JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Jaalala amanamaa argisiisuu kan dandeenyu karaawwan kamiini?

  • Jaalala amanamaa argisiisuun aarsaa kaffaluu kan gaafatu maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi