LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb25 Sadaasa ful. 12-13
  • Muddee 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
mwb25 Sadaasa ful. 12-13

MUDDEE 15-21

ISAAYYAAS 9-10

Faarfannaa 77 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Raajii ‘Ifni Guddaan’ Akka Dhufu Dubbatame

(Daq. 10)

‘Ifni guddaan’ Galiilaa keessatti ni mulʼata (Isa 9:1, 2; Mat 4:12-16; w11 8/15 10 key. 13)

Namoonni hedduun ifa guddaa ni fudhatu, akkasumas ni gammadu (Isa 9:3; ip-1-AM 128 key. 18-19)

Ifni guddaan faayidaa bara baraaf turu argamsiisa (Isa 9:4, 5; ip-1-AM 128-129 key. 20-21)

Yesuusii fi barataansaa tokko mana namicha tokkoo dhaqanii isaa fi ilmasaatiif lallabaa jiru. Dubartiin hubboo baattee dhufaa jirtu takka yeroo isaan mariʼatan dhaggeeffachaa jirti.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 9:6—Yesuus “Abbaa Bara Baraa” kan jedhame maaliifi? (w21.04 14 key. 1-2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 10:1-14 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni haasofsiistu amantaa Kiristiyaanaa hin hordofu. (lmd barumsa 1 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Tiraaktii yeroo darbe isaaf kenniterratti waliin mariʼachuu keessan itti fufaa. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Hojiin argisiisa. ijwfq mata duree 35—Mata Duree: Dhugaa Baatonni Yihowaa Amantii Isaanii Wajjin Akka Wal Simu Gochuuf Macaafa Qulqulluu Ni Jijijjiiruu? (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 95

7. Ifichi Ittuma Dabalaa Deema

(Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

Aduu bosona hurriidhaan uwwifamerra baʼee jiru.

Jaarmiyaan Yihowaa utuu walirraa hin kutin fuulduratti deemaa jira. Isinoo jaarmiyichaa wajjin qixxee deemaa jirtuu? Mee kallattiiwwan jaarmiyaan Yihowaa fuulduratti deemaa akka jiru argisiisanii fi faayidaa kun taʼuunsaa argamsiise haa ilaallu.

  • Fakkeenya hubannaan dhugaa Kitaaba Qulqulluurratti qabnu kan fooyyaʼe akkamitti akka taʼe argisiisu tokkoo fi eebba hubannaan kun argamsiise barreessi.—Fak 4:18

  • Fakkeenya yeroo ammaatti karaa caalaatti buʼa qabeessa taʼeen lallabaa akka jirru argisiisuu tokkoo fi malli kun ajaja Yesuus nuuf kenne raawwachuuf kan nu gargaare akkamitti akka taʼe barreessi.—Mat 28:19, 20

  • Fakkeenya sirreeffama jaarmiyichi godhe argisiisu tokkoo fi faayidaa sirreeffamni kun argamsiise barreessi.—Isa 60:17

8. Wantoota Jaarmiyichi Raawwatee fi Jiʼa Muddeetiif Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb seensa kutaa 8 fi barumsa 44-45

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 92 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi