AMAJJII 12-18
ISAAYYAAS 21-23
Faarfannaa 120 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Barumsa Kufaatii Shebnaarra Gaʼerraa Argannu
(Daq. 10)
Mirga yeroo argattan gad of qabuu keessan itti fufaa (Isa 22:15-19; w18.03 25 key. 7-9)
Mirga tokko yoo dhabdan, Yihowaadhaaf wanta hundarra caalu kennuu keessan itti fufuuf kutadhaa (Isa 36:3; w18.03 25 key. 10)
Warri ykn jaarsoliin adaba Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼe yeroo kennitan akkaataa Yihowaan Shebnaa itti qabe hordofaa (w18.03 26 key. 11)
Adabni jaalalarratti hundaaʼe karaa Waaqayyo itti nu bocudha
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
Isa 22:13—Yaadni hamaan amantii duʼaa kaʼuu irratti qabnu nu jalaa laaffisuu dandaʼu isa kami? (w20.12 09 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Isa 23:1-14 (th qoʼannaa 5)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 1) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Waaʼee Kitaaba Qulqulluu utuu itti hin kaasin namni sun wantuma haasofturraa Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼuu kee akka beeku godhi. (lmd barumsa 2 qabxii 4)
5. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Kutaa dabalataa A birooshura Namoota Jaalladhu jedhamuurraa dhugaa tokko itti himi. (lmd barumsa 1 qabxii 3)
6. Hordofii Gargaari
(Daq. 2) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu hojiin itti baayʼata. (lmd barumsa 7 qabxii 4)
7. Haasaa
(Daq. 5) ijwyp mata duree 71—Mata Duree: Nama Fakkeenya Gaarii Naaf Taʼu Filachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? (th qoʼannaa 9)
Nama fakkeenya gaarii siif taʼu qabaachuun kee galma keerra daftee akka geessu si gargaara
Faarfannaa 124
8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) lfb barumsa 52-53