LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb26 Amajjii ful. 11
  • Guraandhala 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2026
mwb26 Amajjii ful. 11

GURAANDHALA 9-15

ISAAYYAAS 33-35

Faarfannaa 3 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. “Inni Tasgabbii Siif ni Kenna”

(Daq. 10)

Yeroo qorumsi isinirra gaʼu Yihowaan akka isin tasgabbeessu kadhadhaa (Isa 33:6a; w24.01 22 key. 7-8)

Ogummaa fi beekumsa murtoo gaarii gochuuf isin gargaaru akka isiniif kennu kadhadhaa (Isa 33:6b; w21.02 29 key. 10-11)

Yihowaatti yoo amanamtan yaanni Isaayyaas 33:24​rra jiru yeroo raawwatamu ni argitu (ip-1-AM 352-355 key. 21-22)

Obboleettiin takka taableetii ishiitti fayyadamtee yeroo qoʼattu xiinxalaa jirti; fakkiin geengoo keessa jiru doonii tokkoo fi wanta yeroo obomboleettiin kaʼutti sochii doonichaa toʼachuuf gargaaruu argisiisa.

Meeshaalee qorannoo keenyatti fayyadamuudhaan of tasgabbeessi

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 35:8—‘Daandiin Qulqullummaa’ yeroo harʼaatti maal argisiisa? (w23.05 15 key. 8)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 35:1-10 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) LALLABA ADDABAABAAYII. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Viidiyoo Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisiitii irratti mariʼadhaa. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

6. Haasaa

(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 15—Mata Duree: Kitaabni Qulqulluun Akkamitti Kadhachuu Akka Qabnu Nu Barsiisa. (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 41

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 60-61

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 23 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi