- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
ABBOOTII MURTII
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Injifannoowwan Yihudaanii fi Simiʼoon argatan (1-20)
Yebuusonni Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufan (21)
Yoseef Beeteliin fudhate (22-26)
Kanaʼaanonni guutummaatti hin ariʼamne (27-36)
2
3
Yihowaan Israaʼeliin qore (1-6)
Abbaa murtii isa jalqabaa kan taʼe Otniʼel (7-11)
Eehud inni abbaa murtii taʼe Egloon Mooticha isa furdaa taʼe ajjeese (12-30)
Abbaa murtii kan taʼe Shaamgaar (31)
4
Yaabiin mootiin Kanaʼaan Israaʼeliin cunqurse (1-3)
Dibooraa raajittii fi Baaraaq isa abbaa murtii taʼe (4-16)
Yaaʼel Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe ajjeeste (17-24)
5
6
Miidiyaan Israaʼeliin cunqurse (1-10)
Maleekaan tokko Giidewon gargaarsa akka argatu isaaf mirkaneesse (11-24)
Giidewon iddoo aarsaa Baʼaal diige (25-32)
Hafuurri Waaqayyoo Giidewon irra buʼe (33-35)
Qorumsa rifeensa hoolaa irratti godhame (36-40)
7
8
Efreemonni akka malee Giidewoniin ni lolan (1-3)
Mootota Miidiyaan duukaa buʼanii ajjeesan (4-21)
Giidewon mootii taʼuu dide (22-27)
Seenaa gabaabaa waaʼee jireenya Giidewon dubbatu (28-35)
9
Abimelek Sheekem keessatti mootii taʼe (1-6)
Fakkeenya Yootaam dubbate (7-21)
Bulchiinsa Abimelek isa hamminaan guutame (22-33)
Abimelek Sheekemiin rukute (34-49)
Dubartiin tokko Abimelek madeessite; innis ni duʼe (50-57)
10
Abbootii murtii kan taʼan Tolaa fi Yaaʼir (1-5)
Israaʼel ni fincile, achiis cubbuu isaa irraa deebiʼe (6-16)
Amoononni Israaʼeliin doorsisan (17, 18)
11
Yiftaan inni abbaa murtii taʼe biyyaa ariʼame; booda immoo bulchaa godhame (1-11)
Yiftaan Amooniif ragaa dhiheesse (12-28)
Wareega Yiftaan wareegee fi intala isaa (29-40)
12
Walitti buʼiinsa Efreemotaa wajjin uumame (1-7)
Abbootii murtii kan taʼan Ibzaan, Eloonii fi Abdoon (8-15)
13
14
Abbaa murtii kan taʼe Saamson dubartii Filisxeem tokko fuudhuu barbaade (1-4)
Saamson gargaarsa hafuura Yihowaatiin leenca ajjeese (5-9)
Hibboo Saamson cidha irratti dubbate (10-19)
Haati manaa Saamson nama kan biraatti kennamte (20)
15
16
Wanta Gaazaa keessatti Saamson mudate (1-3)
Saamsonii fi Deliilaa (4-22)
Saamson haaloo baʼuu isaa fi duʼuu isaa (23-31)
17
18
19
20
21