LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 843
  • Qabiyyee Asteer

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Asteer
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mordekaayiifi Asteer
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Sabasheetiif Jecha Ogummaafi Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Saba Waaqayyootiif Falmiteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Asteer

ASTEER

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Afeerraa Ahaashweros Mootichi Shushaanitti qopheesse (1-9)

    • Waashtii Mootittiin ajajamuu didde (10-12)

    • Mootichi namoota ogeeyyii wajjin mariʼate (13-20)

    • Labsiin mootichaa ni ergame (21, 22)

  • 2

    • Dubartii mootuu taatu barbaaduu (1-14)

    • Asteer mootuu taate (15-20)

    • Mordekaay daba qopheeffame saaxile (21-23)

  • 3

    • Mootichi Haamaaniif ulfina kenne (1-4)

    • Haamaan Yihudoota balleessuuf mala qopheesse (5-15)

  • 4

    • Mordekaay ni gadde (1-5)

    • Mordekaay mooticha akka kadhattu Asteeriin gaafate (6-17)

  • 5

    • Asteer mooticha duratti dhihaatte (1-8)

    • Aarii fi of tuulummaa Haamaan (9-14)

  • 6

    • Mootichi Mordekaayiif ulfina kenne (1-14)

  • 7

    • Asteer Haamaaniin saaxilte (1-6a)

    • Haamaan jirma qopheesse irratti fannifame (6b-10)

  • 8

    • Mordekaay aangoo argate (1, 2)

    • EAsteer mooticha kadhatte (3-6)

    • Mootichi labsii labsii duraanii diigu baase (7-14)

    • Yihudoonni boqonnaa fi gammachuu argatan (15-17)

  • 9

    • Injifannoo Yihudoonni argatan (1-19)

    • Ayyaanni Puuriim ni hundeeffame (20-32)

  • 10

    • Mordekaay ulfina guddaa argate (1-3)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi