SEFAANIYAA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Guyyaan murtii Yihowaa dhihaateera (1-18) Guyyaan Yihowaa saffisaan dhufaa jira (14) Meetii fi warqiin nama hin oolchu (18) 2 Guyyaa dheekkamsaa isaa dura Yihowaa barbaaddadhaa (1-3) Qajeelummaa fi garraamummaa barbaaddadhaa (3) ‘Tarii ni golgamtu taʼa’ (3) Murtii saboota naannichaa irratti dabarfame (4-15) 3 Yerusaalem, magaalaa finciltuu fi hamtuu (1-7) Murtii fi deebiʼanii hundeeffamuu (8-20) Qooqa qulqulluutti jijjiiruu (9) Namoonni gad of qabanii fi garraamii taʼan ni fayyu (12) Yihowaan Xiyoonitti ni gammada (17)