LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Muddee ful. 2
  • Guyyaa Dheekkamsa Isaa Dura Yihowaa Barbaaddadhaa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guyyaa Dheekkamsa Isaa Dura Yihowaa Barbaaddadhaa!
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Fakkeenya Raajotaa Hordofaa—Sefaaniyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Qabiyyee Sefaaniyaa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Garraamummaa Barbaaduudhaan Yihowaa Gammachiisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Muddee ful. 2
Sefaaniyaan Israaʼelootatti dubbachaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | SEFAANIYAA 1–HAAGEE 2

Guyyaa Dheekkamsa Isaa Dura Yihowaa Barbaaddadhaa!

Sef 2:2, 3

Yihowaan guyyaa dheekkamsa isaatti akka golboobee nu oolchuuf, isaaf of murteessuu malees wantoota dabalataa gochuu qabna. Qajeelfama Sefaaniyaan Israaʼelootaaf kennee tureef ajajamuu qabna.

  • Yihowaa barbaaddadhaa: Jaarmiyaa isaa wajjin taʼuudhaan hariiroo cimaa Yihowaa wajjin qabdan eeggadhaa jiraadhaa

  • Qajeelummaa barbaaddadhaa: Ulaagaa qajeelinaa Yihowaan baaseef ajajamaa

  • Garramummaa barbaaddadhaa: Gad of qabuudhaan fedha Waaqayyootiif bitamaa, adaba inni isiniif kennu fudhadhaa

Yihowaa, qajeelinaa fi garraamummaa caalaatti barbaaddachuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi