- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
1 QORONTOS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Nagaa dhaamuu (1-3)
Phaawulos sababii warra Qorontosiif Waaqa galateeffate (4-9)
Gorsa tokkummaa akka qabaatan kenname (10-17)
Kiristoos isa humnaa fi ogummaa Waaqaa taʼe (18-25)
Yihowaadhaan qofa boonuu (26-31)
2
Phaawulos Qorontositti lallabe (1-5)
Caalmaa ogummaan Waaqaa (6-10)
Garaa garummaa nama hafuuraa fi nama foonii (11-16)
3
Warri Qorontos amma iyyuu namoota foonii ti (1-4)
Kan guddisu Waaqa dha (5-9)
Miʼawwan ibidda dandaʼaniin ijaaruu (10-15)
Isin mana qulqullummaa Waaqaa ti (16, 17)
Ogummaan addunyaa Waaqa biratti gowwummaa dha (18-23)
4
Bulchitoonni amanamoo taʼuu qabu (1-5)
Kiristiyaanonni gad of qabuu qabu (6-13)
Phaawulos ijoollee hafuuraa isaatiif ni yaada (14-21)
5
Halalummaa raawwatame tokko (1-5)
Raacitii xinnoon guutummaa bukichaa bukeessa (6-8)
Namni hamaan gumiidhaa baafamuu qaba (9-13)
6
Obboloonni mana murtiitti wal himatan (1-8)
Namoota Mootummicha hin dhaalle (9-11)
Qaama keessaniin Waaqaaf ulfina kennaa (12-20)
7
Gorsa warra gaaʼela hin godhannee fi warra gaaʼela godhataniif kenname (1-16)
Haaluma yeroo waamamte qabduun jiraadhu (17-24)
Warra gaaʼela hin godhannee fi dubartoota abbaan manaa irraa duʼe (25-40)
8
9
10
Fakkeenya akeekkachiisaa seenaa saba Israaʼel irraa argannu (1-13)
Akeekkachiisa waaqolii tolfamoo ilaalchisee kenname (14-22)
Bilisummaa fi warra kaaniif yaaduu (23-33)
11
“Fakkeenya koo hordofaa” (1)
Seera matummaa fi mataa haguuggachuu (2-16)
Irbaata Gooftaa kabajuu (17-34)
12
13
14
15
Duʼaa kaʼuu Kiristoos (1-11)
Abdiin duʼaa kaʼuu amantiidhaaf buʼuura dha (12-19)
Kiristoos duʼaa kaʼuun isaa wabii dha (20-34)
Qaama foonii fi qaama hafuuraa (35-49)
Jireenya hin duunee fi hin tortorre (50-57)
Hojiin Gooftaa isiniif haa baayʼatu (58)
16
Kiristiyaanota Yerusaalemiif buusii walitti qabuu (1-4)
Karoora imalaa Phaawulos (5-9)
Ximotewosii fi Apholos gara Qorontos ni dhaqu (10-12)
Gorsaa fi nagaa dhaamame (13-24)