- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
1 TASALONQEE
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Tajaajila Phaawulos Tasalonqeetti raawwate (1-12)
Warri Tasalonqee dubbii Waaqayyoo fudhatan (13-16)
Phaawulos warra Tasalonqee arguuf hawwe (17-20)
3
Phaawulos Ateenaa utuu jiruu yaaddaʼe (1-5)
Ximotewos gabaasa nama jajjabeessu fide (6-10)
Warra Tasalonqeetiif kadhachuu (11-13)
4
Akeekkachiisa halalummaa ilaalchisee kenname (1-8)
Guutummaatti wal jaalladhaa (9-12)
Warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan jalqaba kaʼu (13-18)
5
Dhufaatii guyyaa Yihowaa (1-5)
Dammaqinaan haa jiraannu, dandeettii yaaduu keenya haa eeggannu (6-11)
Gorsa (12-24)
Nagaa xumuraa (25-28)