2 TASALONQEE QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Amantiin warra Tasalonqee guddachaa deeme (3-5) Warra hin ajajame irratti haaloo baʼuu (6-10) Kadhannaa gumichaaf dhihaate (11, 12) 2 Nama seera mormu (1-12) Gorsa jabaatanii akka dhaabbatan kenname (13-17) 3 Kadhachuu keessan itti fufaa (1-5) Akeekkachiisa amala seeraan ala ilaalchisee kenname (6-15) Nagaa xumuraa (16-18)