LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g19 Lakk. 1 ful. 16
  • Gaaffii Sitti Taʼeeraa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii Sitti Taʼeeraa?
  • Dammaqaa!—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tajaajila Keessan Irratti Fuula Jalqabaa JW.ORG Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Wantoota Sagaleedhaan Waraabamanitti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
    Gaaffiiwwan gurguddaa jireenya keessatti nu mudataniif eessaa deebii argachuu dandeenya?
  • “Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!”
    Dammaqaa!—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2019
g19 Lakk. 1 ful. 16

Gaaffii Sitti Taʼeeraa?

Abbaan tokkoo fi ilmi isaa waliin taʼanii jw.org ilaalaa jiru
  • Waaqayyo nuuf yaada taanaan yeroo dheeraa hammanaatiif hamminnii fi rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame?

  • Bara dhumaa keessa jiraachaa akka jirru akkamitti mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya?

  • Abdiin Kitaabni Qulqulluun Mootummaa Waaqayyoo ilaalchisee dubbatu akka raawwatamu akkamitti beekna?

  • Kitaabni Qulqulluun yeroo ammaatti murtoo gaarii akka goonu nu gargaaruu dandaʼaa?

Uumaan keenya waan nu jaallatuuf, deebii gaaffilee kanaa fi kan biroo hedduu akka argannu qophii nuuf godheera. Deebii gaaffilee kanaa beekuuf weebsaayitii Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼee fi www.jw.org jedhamu ilaali.

Weebsaayitii kanarratti Kitaaba Qulqulluu dabalatee gilgaalota, mata dureewwan, wantoota sagaleedhaan qophaaʼan, viidiyoowwan, gaafannoowwanii fi barreeffamoota garaagaraa argatta. Wantoota kana hunda kaffaltii malee argachuu dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi