LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 3 ful. 6
  • Gaaffiitti Fayyadamuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiitti Fayyadamuu
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Karaa Bu’a Qabeessa Ta’een Gaaffiitti Fayyadamuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Faayidaa Barumsichaa Ifa Gochuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Caqasoota Sirriitti Beeksisuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Garaa Tuquuf Carraaquu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 3 ful. 6

QOʼANNAA 3

Gaaffiitti Fayyadamuu

Caqasa kenname

Maatewos 16:13-16

YAADA IJOO: Fedhii namootaa kakaasuuf, fedhiin isaanii akka itti fufu gochuuf, dhimmicha irratti akka yaadan gargaaruu fi qabxiiwwan barbaachisoo taʼan jabeessitee ibsuuf malaan gaaffii gaafadhu.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Fedhii namootaa kakaasi akkasumas akka itti fufu godhi. Deebii akka siif kennan utuu hin eegin gaaffii namoonni qabxicha irratti akka yaadan ykn deebii isaa baruuf akka hawwan godhu gaafadhu.

  • Barumsicha irratti akka yaadan godhi. Dhaggeeffattoonni kee xumura sirrii taʼe irra akka gaʼanii fi sababii itti wanti tokko taʼe akka hubatan gargaaruuf, gaaffiiwwan walitti aananii jiran gaafadhu.

  • Qabxiiwwan barbaachisoo taʼan jabeessii ibsi. Yaada ijoo taʼe tokko beeksisuuf gaaffii xiyyeeffannaa namaa harkisu tokko gaafadhu. Qabxii barbaachisaa taʼe tokko erga ibsitee booda ykn haasaa kee erga xumurtee booda gaaffiiwwan irra deebiitti fayyadami.

    Gorsa gaarii

    Caqasa tokko erga dubbistee booda yaada ijoo caqasichaa jabeessitee ibsuuf gaaffiiwwanitti fayyadami.

TAJAAJILA IRRATTI

Namni haasofsiistu dhimma tokko ilaalchisee yaada akkamii akka qabu gaafadhu. Deebii inni kennu xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu. Yoomii fi akkamitti malaan gaaffii gaafachuu akka dandeessu murteessuuf hubannaa keetti fayyadami.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi