LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 20 ful. 23
  • Yaada Xumuraa Buʼa Qabeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaada Xumuraa Buʼa Qabeessa
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Xumura Gaarii
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Walitti Dhufeenya Caqasaa fi Barumsichaa Ifa Gochuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Garaa Tuquuf Carraaquu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Faayidaa Barumsichaa Ifa Gochuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 20 ful. 23

QOʼANNAA 20

Yaada Xumuraa Buʼa Qabeessa

Caqasa kenname

Lallaba 12:13, 14

YAADA IJOO: Yaada xumuraa kee irratti, dhaggeeffattoonni wanta baratan akka fudhatanii fi akka hojii irra oolchan kakaasi.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Yaada xumuraa kee guutummaa barumsa kee wajjin wal qabsiisi. Qabxiiwwan ijoo taʼanii fi yaada ijoo barumsichaa irra deebiʼi ykn jecha kan biraatiin dubbadhu.

  • Dhaggeeffattoota kee kakaasi. Dhaggeeffattoonni kee maal gochuu akka qabanii fi sababii quubsaa kana gochuu itti qaban ibsi. Wanta dubbattutti akka amantuu fi barbaachisaa taʼuu isaa haala argisiisuun garaadhaa dubbadhu.

  • Yaadni xumuraa kee salphaa fi gabaabaa akka taʼu godhi. Qabxiiwwan ijoo haaraa taʼan hin beeksisin. Hamma dandaʼametti jechoota muraasatti fayyadamiitii hojiidhaaf kakaasuudhaan xumuri.

    Gorsa gaarii

    Ariitiidhaan hin xumurin, akkasumas sagaleen kee dadhabaa akka adeemu hin godhin. Himoota xumuraa muraasa haala xumuraa akka jirtu beeksisuun dubbadhu.

TAJAAJILA IRRATTI

Maree kee yommuu xumurtu, qabxiiwwan ijoo namni si dhaggeeffatu akka yaadatu barbaaddu irra deebiʼi. Mareen sun utuu ati hin yaadin yoo addaan cite, yaada nama jajjabeessu kennuudhaan xumuri. Namichi kabaja kan hin qabne yoo taʼe illee, yeroo kan biraa akka inni dhaggeeffatu haala godhuun deebii kenni.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi