Jimaata
“Amantii keenya nuuf guddisi”—Luqaas 17:5
GANAMA
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
3:30 Faarfannaa Lakk. 5 fi Kadhannaa
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Amantiin Humna Guddaa Qaba (Maatewos 17:19, 20; Ibroota 11:1)
4:10 SIMPOOZIYEMII: Amantii kan Qabaanne Maaliifi?
• Waaqayyo Jiraachuu Isaa Irratti (Efesoon 2:1, 12; Ibroota 11:3)
• Dubbii Waaqayyoo Irratti (Isaayyaas 46:10)
• Ulaagaalee Naamusaa Waaqayyoo Irratti (Isaayyaas 48:17)
• Jaalala Waaqayyoo Irratti (Yohaannis 6:44)
5:05 Faarfannaa Lakk. 37 fi Beeksisa
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: Noh—Amantiin Ajajamuuf Isa Kakaaseera (Uumama 6:1–8:22; 9:8-16)
5:45 ‘Amantii Qabaadhaa Malee hin Shakkinaa’ (Maatewos 21:21, 22)
6:15 Faarfannaa Lakk. 118 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
7:45 Faarfannaa Lakk. 2
7:50 SIMPOOZIYEMII: Amantii Keessan Ijaaruuf Uumamawwanitti Fayyadamaa
• Urjiilee (Isaayyaas 40:26)
• Garbawwan (Faarfannaa 93:4)
• Bosonawwan (Faarfannaa 37:10, 11, 29)
• Bubbee fi Bishaan (Faarfannaa 147:17, 18)
• Uumamawwan Galaanaa (Faarfannaa 104:27, 28)
• Qaama Keenya (Isaayyaas 33:24)
8:50 Faarfannaa Lakk. 148 fi Beeksisa
9:00 Hojiiwwan Yihowaa Warri Guguddaan AmantiiNuuf Cimsu (Isaayyaas 43:10; Ibroota 11:32-35)
9:20 SIMPOOZIYEMII: Fakkeenya Warra Amantii hin Qabnee Utuu hin Taʼin, Fakkeenya Warra Amanamoo Taʼanii Hordofaa
• Qaayiniin Utuu hin Taʼin, Abeeliin (Ibroota 11:4)
• Laameekiin Utuu hin Taʼin, Heenokiin (Ibroota 11:5)
• Olloota Isaa Utuu hin Taʼin, Nohiin (Ibroota 11:7)
• Faraʼooniin Utuu hin Taʼin, Musee (Ibroota 11:24-26)
• Fariisota Utuu hin Taʼin, Barattoota Yesuus(Hojii Ergamootaa 5:29)
10:15 “Amantii Keessa Jiraachuu Keessan Beekuuf Yeroo Hunda Of Qoraa”—Akkamitti? (2 Qorontos 13:5, 11)
10:50 Faarfannaa Lakk. 119 fi Kadhannaa Xumura