LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • syr23 ful. 2
  • Dimshaasha 2023

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dimshaasha 2023
  • Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dimshaasha 2022
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2022
  • Dimshaasha 2024
    Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2024
  • Dimshaasha 2017
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2017
  • Dimshaasha 2021
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
Dabalataan Ilaaluuf
Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2023
syr23 ful. 2

Dimshaasha 2023

  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 85

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 239

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 118,177

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoorratti Argamanii: 20,461,767

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicharraa Fudhatan: 22,312

  • Lakkoofsa Babalʼistootaaa isa Guddaa: 8,816,562

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaarratti Hirmaatanii: 8,625,042

  • Dhibbeentaa Bara 2022 Irratti Dabalame: 1.3

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamaniib: 269,517

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,570,906

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 738,457

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajilarratti Dabarfame: 1,791,490,713

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 7,281,212

Waggaan tajaajilaa 2023 Fulbaana 1, 2022 hanga Hagayya 31, 2023 kan jirudha.

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuurratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, jw.org irraa mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuurratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsudha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi