Dimshaasha 2024
Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 84
Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 240
Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 118,767
Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoorratti Argamanii: 21,119,442
Namoota Maxinoo fi Wayinicharraa Fudhatan: 23,212
Lakkoofsa Babalʼistootaaa isa Guddaa: 9,043,460
Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaarratti Hirmaatanii: 8,828,124
Dhibbeentaa Bara 2023 Irratti Dabalame: 2.4
Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamaniib: 296,267
Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,679,026
Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 867,502
Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 7,480,146
Waggaan tajaajilaa 2024 Fulbaana 1, 2023 hanga Hagayya 31, 2024 kan jirudha.
a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuurratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.
b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.
c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, akkasumas misiraachicha lallabuurratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsudha.
d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.