LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • T-fam ful. 1-2
  • Maatiin kee gammachuu qabaachuu ni dandaʼaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maatiin kee gammachuu qabaachuu ni dandaʼaa?
  • Maatiin Kee Gammachuu Qabaachuu ni Dandaʼaa?
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Gorsi Yesuus kenne yeroo harʼaatti ni fayyadaa?
    Gorsi Yesuus Kenne Yeroo Harʼaatti ni Fayyadaa?
  • Waaqni dhugaan eenyudha?
    Waaqni Dhugaan Eenyudha?
  • Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuu ni dandeenyaa?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraachuu ni Dandeenyaa?
  • Mootummaan Waaqayyoo rakkina keenya kan furu akkamitti?
    Mootummaan Waaqayyoo Rakkina Keenya kan Furu Akkamitti?
Dabalataan Ilaaluuf
Maatiin Kee Gammachuu Qabaachuu ni Dandaʼaa?
T-fam ful. 1-2
Hiriyoonni gaaʼelaa ijoolleesaanii baatanii manaa alatti yeroo gammachiisaa waliin dabarsaa jiru.

Maatiin kee gammachuu qabaachuu ni dandaʼaa?

“Tokkoon tokkoon keessan akkuma of jaallattanitti haadha manaa keessan jaalladhaa; [haati manaas] abbaa manaa ishiitiif ulfina guddaa haa kennitu.”—Efesoon 5:33.

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

  • Abbaan manaa fi haati manaa waliif amanamuu qabu.—Maatewos 19:4-6.

  • Ijoolleen warrasaanii kabajanii fi isaaniif ajajaman milkaaʼina ni argatu.—Efesoon 6:1-3.

Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.

A 2D barcode.

© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi