LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • T-sfr ful. 1-2
  • Dhiphinnii fi gaddi ni badaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhiphinnii fi gaddi ni badaa?
  • Dhiphinnii fi Gaddi ni Badaa?
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Gorsi Yesuus kenne yeroo harʼaatti ni fayyadaa?
    Gorsi Yesuus Kenne Yeroo Harʼaatti ni Fayyadaa?
  • Waaqni dhugaan eenyudha?
    Waaqni Dhugaan Eenyudha?
  • Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuu ni dandeenyaa?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraachuu ni Dandeenyaa?
  • Mootummaan Waaqayyoo rakkina keenya kan furu akkamitti?
    Mootummaan Waaqayyoo Rakkina Keenya kan Furu Akkamitti?
Dabalataan Ilaaluuf
Dhiphinnii fi Gaddi ni Badaa?
T-sfr ful. 1-2
Namoonni umurii garaa garaarra jiran iddoo bashannanaatti yeroo gammachiisaa waliin dabarsaa jiru.

Dhiphinnii fi gaddi ni badaa?

Waaqayyo “imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa; duutis kana booda hin jiraatu; gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.”—Mulʼata 21:4.

Kitaabni Qulqulluun maal nuuf mirkaneessa?

  • Rakkina kan nutti fidu Waaqayyo miti.—Yaaqoob 1:13.

  • Waaqayyo nuuf yaada, rakkina nurra gaʼaa jiru ni arga, guutummaattis ni balleessa.—Faarfannaa 34:17-19.

Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.

A 2D barcode.

© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi