LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/03 ful. 5
  • Dhiigarraa Fagaachuuf Qophii Nugargaaru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhiigarraa Fagaachuuf Qophii Nugargaaru
  • Tajaajila Mootummaa—2003
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhiigarraa Akka Fagaannuuf Qophii Haaraa Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Yaalii Fayyaa Hatattamaatiif Ammuma Qophaaʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yeroo Gara Biraatti Dabarsaa Jirtaa?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Kaardii Teessoo JW.ORG Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2003
km 12/03 ful. 5

Dhiigarraa Fagaachuuf Qophii Nugargaaru

Babal’istoonni cuuphaman, yaadachiisni akkaataa itti yaalamuu qabnu ibsuufi qajeelfamni ogeeyyii fayyaa itti gaafatamummaarraa walaba taasisuu ykn waraqaan eenyummaa guyyaan itti hin maxxanfamne ykn guyyaan 3/99 jedhu irratti maxxanfame yoo qabaatan waggaa haaraa kanatti guutuun isaan hin barbaachisu. Walga’ii Tajaajilaa torban Muddee 29 jalqabu, barreessaan gumichaa Babal’istoonni haaraa cuuphaman, ijoolleensaaniifi warra jijjiiruun isaan barbaachisuuf akka argatan hamma ga’aa ta’e fidee dhufuu qaba. Foormiiwwan kun foormiiwwan waggaa waggaadhaan gumiiwwaniif ergamanii wajjin hin ergaman. Gumichi kaardii ga’aa hin qabu taanaan barreessaan gumichaa, gumiiwwan ollaa jiranirraa gaafata, ykn ajaja barreeffamaa itti aanuutti kaardii dabalataa gaafata.

Kaardichii of eegannoodhaan manatti guutamuu qaba. Haata’u malee, itti HIN mallatteeffamu. Qayyabannaa kitaaba itti aanuutti kan mallatteffamuu yeroo ta’u, yoo barbaachisaa ta’e gargaarsa ilaaltuu olaanaa qayyabannaa kitaabaatiin irratti ni mallatteefama, ragaaniifi guyyaanis ni guutama. Warri ragaa ta’an kaardicharratti kan mallatteesse dhugumaan abbaa kaardichaa akka ta’e arguusaaniitiif mallatteessu.

Babal’istoonni fedhiisaanii yoo jijjiiran malee, foormii Ejjennoo Dhuunfaa Ani Yaalamuuf Qabu jedhu haaraa guutuun isaan hin barbaachisu. Barreessaan gumichaa foormii kanaafi qajeelfamasaa hamma ga’aa ta’e qabaachuu qaba.

Babal’istoonni hin cuuphamin, yaadachiisa akkaataa itti yaalamuu qabnu ibsuu, qajeelfama ogeeyyii itti gaafatamummaarraa walaba taasisuu, waraqaa eenyummaafi Ejjennoo Dhuunfaa Ani Yaalamuuf Qabu jedhamanirratti hundaa’udhaan, ofisaaniitiifi ijoolleesaaniitiif qajeelfama barreessuu danda’u.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi