LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 8
  • Kaardii Teessoo JW.ORG Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kaardii Teessoo JW.ORG Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tajaajila Keessan Irratti Fuula Jalqabaa JW.ORG Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Dhiigarraa Fagaachuuf Qophii Nugargaaru
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—JW.ORGitti Fayyadamuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Gaaffii Sitti Taʼeeraa?
    Dammaqaa!—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kaardii Teessoo JW.ORG Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?

Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko kaardii teessoo jw.org nama tokkoof yommuu kennu

Yeroo rakkinni guddaan dhihaate kanatti, hojiin lallabaa keenya ariifachiisaa dha. (Fak 24:11, 12, 20) Namoonni Dubbii Waaqayyoo fi weebsaayitii keenya irratti akka xiyyeeffatan gargaaruuf kaardii teessootti fayyadamuu dandeenya. Kaardiin kun koodii viidiyoo Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi? jedhutti geessuu fi yaada odeeffannoo dabalataa ykn qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka gaafatan afeeru qabateera. Namoonni tokko tokko barreeffama keenya fudhachuu kan hin barbaanne taʼanis, weebsaayitii keenya daawwachuuf fedhii qabu. Kanaaf kaardii teessoo isaaniif kennuu irraa duubatti hin jedhinaa. Haa taʼu malee, namoota fedhii hin qabneef kaardii kana hin kenninaa.

Sochii guyyaa guyyaa keessatti akkana jechuudhaan fedhii namootaa kakaasuu dandeessu: “Wantan sii kennuu barbaadu tokkon qaba. Kaardiin kun gara weebsaayitii mata duree garaa garaa irratti odeeffannoo fi viidiyoo tola taʼe qabatee si geessa.” (Yoh 4:7) Kaardiin kun xinnoo waan taʼeef, carraa argattan hundatti namootaaf kennuuf muraasa harkatti qabachuu dandeessu.

KAARDII TEESSOO KENNAA . . .

  • karaa al idilee taʼeen yommuu lallabdan

  • naannoo daldalaatti yommuu lallabdan

  • namni tokko ergaa keenya dhaggeeffatus, barreeffama fudhachuu yeroo hin barbaannetti

Kaardii teessoo jw.org fakkiin Kitaaba Qulqulluu banamee irra jiru
Duuba kaardii teessoo jw.org

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi