LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/05 ful. 7
  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Erga Cuuphamtee Booda “Namummaa Haaraa” Uffachuu Kee Itti Fufi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Irra Deebii Walga’ii Aanaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Qophii Kiristiyaanotaaf Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 9/05 ful. 7

Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa

Addunyaa manca’aa bara dhumaa kana keessatti uffannaa hafuuraa keenyaafi eenyummaa Kiristiyaanummaa keenyaa eeggachuun barbaachisaadha. (Mul. 16:15) Kanaafuu, yaanni ijoo sagantaa walga’ii aanaa bara 2006 ‘Namummaa Haaraa Uffadhaa’ jedhuun dhihaachuunsaa barbaachisaadha.—Qol. 3:10.

Guyyaa Jalqabaa: Simpooziyemiin duraa “Karaawwan Namummaa Haaraa Itti Argisiisnu” kan ibsu yeroo ta’u, namummaa haaraa kana horachuun keenya jireenya keenya hundumaa keessatti hammam akka nu gargaaruu danda’u ibsa. Namummaa haaraa akkamitti uffachuu dandeenya? Haasawaa mataduree lamaan: “Qajeeltootti Xiinxaluuf Of Dirqisiisuu” fi “Barumsa Namummaa Haaraa Akka Uffannu Nu Gargaaru” jedhu sagantaa dhumaa guyyaa jalqabaarratti fudhanna.

Guyyaa Lammaffaa: Namummaa haaraa uffachuun haasaa keenyarratti dhiibbaa hammamii akka geessisu Simpooziyemii isa lammaffaa mataduree, “Arraba Ogeessa Qabaadhaa” jedhurraa ilaalla. Haasawaan sabaa “Isa Hamaa Mo’aa Jirtuu?” jechuun dhihaatummoo, tooftaawwan Seexanaarraa of eeguun barbaachisaa ta’uusaa kan nu akeekkachiisudha. Haasawaan lamaan dhuma walga’ichaatti mataduree “Xuraa’ummaa Biyya Lafaarraa of Eegaa” fi “Namummaa Keenya Isa Keessaa Har’aa Bor Haaromsuu” jedhuun kan dhihaatu yeroo ta’u, kunis yaadaafi amalawwan karaa qajeelummaa Waaqayyoo wajjin wal hin simnerraa fagaachuufi waaqeffannaa Yihowaatti cimnee dhaabachuuf kan nu gargaarudha.

Barumsa namummaa haaraa uffachuufi namummaa kanas eegnee jiraachuuf nu gargaaru kana hawwii guddaadhaan eegganna!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi