LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/05 ful. 7
  • Irra Deebii Walga’ii Aanaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Walga’ii Aanaa
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qophii Haaraa Irra Deebii Walga’iiwwan Aanaafi Addaatiif Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Irra Deebii Walga’ii Addaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Irra Deebii Walga’ii Aanaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 9/05 ful. 7

Irra Deebii Walga’ii Aanaa

Gumiiwwan, walga’iin aanaa 2006 godhamuusaa yeroo xinnoo duraafi erga godhamee booda baay’ee utuu hin turin, Walga’ii Tajaajilaarratti yaada kanarratti mari’atu. Akkaataa keessa deebiin kun itti geggeeffamu yaada Tajaajila Mootummaa Fulbaana 2004 fuula 1⁠rra jirurratti hundaa’uudhaan sassaabaa ilaaltuu olaanaatiin kan dhihaatudha. Yeroo keessa deebiin kun geggeeffamu gaaffiiwwan hundinuu barumsa baranne kana akkamitti hojiirra oolchuu akka dandeenyurratti xiyyeeffachuudhaan gaafatamuu qabu.

GUYYAA JALQABAA

1. Namummaa haaraa akkamiin uffachuu dandeenya? Namummaa kana eeggachuu kan qabnuhoo maaliifi?

2. Obboloonni tokko tokko hirmaannaa hojii lallabaarratti qaban guddisuu kan danda’an akkamitti?

3. Ofii keenya warra kaanii wajjin madaaluun kan nurra hin jirre maaliifi?

4. Miseensonni maatii namummaa haaraa maatii keessatti calaqqisiisuu kan danda’an akkamitti?

5. Gumii deggeruu keenya akkamitti argisiisuu dandeenya?

6. Tajaajilarratti namummaa haaraa agarsiisuun keenya barbaachisaa kan ta’e maaliifi?

7. Akka gaariitti xiinxaluun maalfaa dabalata? Kana gochuudhaanoo faayidaa kan argannu akkamitti?

8. Amalawwan harka Yihowaatti akka sirroofnu nu godhan kamfa’i?

GUYYAA LAMMAFFAA

9. Arraba keenya karaa sirrii ta’een gargaaramuun hangam barbaachisaadha?

10. Haasaa gaariin namoota wajjin hojjennu, hiriyoota wajjin barannuufi namoota biroo duratti haasofnu bu’aa maalii nuuf argamsiisa?

11. Walitti dhufeenya obboloota keenyaa wajjin qabnuun, gorsa Phaawulos Efesoon 4:25-32⁠rratti dubbate akkamiin hojiirra oolchuu dandeenya?

12. Karaan ulfina qabeessi arraba keenya itti fayyadamnu maalidha?

13. Isa hamaa mo’uuf maal gochuu qabna?

14. Xuraa’ina addunyaarraa qulqullaa’oo taanee argamuuf karaawwan kamfa’iin tattaafachuu qabna?

15. Namummaa keessa keenyaa guyyaa guyyaan haaromsuun kan barbaachisu maaliifi? Kanahoo akkamiin gochuu dandeenya?

16. Gorsa walga’ii aanaa waggaa kanaatti argatterraa kamfaa hojiirra oolchuuf karoorfatteetta?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi