LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/05 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 9/05 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Adol. 1

“Namoota wanti hundi kan isaaniif guute fakkaatan, garuu ammayyuu wanti isaanitti hir’ate tokko akka jiru itti dhaga’amu hundi keenya beekna. Warri akkasii kun maal kan barbaadan sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegiitii Maatewos 5:3 dubbisiif.] Barruun kun, keessa keenyatti nagaa argachuuf maal gochuu akka nu barbaachisu dubbata.”

Dammaqaa! Adol. 2005

“Yesus Kiristos namoota hanga har’aatti jiraatan caalaa beekamaa ta’uyyuu, namoonni baay’een waa’ee eenyummaasaa gaaffii kaasu. Ergamoonnumtisaallee eenyummaasaa shakkanii akka turan beektaa? [Hanga deebii kennutti eegiitii Maarqos 4:41 dubbisiif.] Barruun kun, Macaafni Qulqulluun eenyummaa Yesus ilaalchisee maal akka jedhu ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Adol. 15

“Seenaa ilmaan namootaa waggaa kumaatamaa kana keessatti, namoonni amantaa garaagaraa hedduu uumaniiru. Kanneen keessaa kamtu sirrii akka ta’eefi kamtu soba akka ta’e beekuun kan danda’amu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, barumsawwan dhugaa Waaqayyoon gammachiisan eessaa argachuu akka dandeessu ibsa.” 2 Ximotewos 3:16 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi