LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/04 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 9/04 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

MASARAA EEGUMSAA Ado. 1

“Namoonni baay’een yeroo rakkinni isaanirra ga’u, Waaqayyo dhugumaan namootaaf kan yaaduufi rakkinasaanii kan ilaalu ta’uusaa gaafatu. Ati waa’ee kanaa gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, yeroo har’aa Waaqayyo akka nuu yaaduu kan argisiisuu akkamitti akka ta’eefi rakkoowwan hundumaa balleessuuf qophii akkamii akka godhe ibsa.” Yohannis 3:​16 dubbisiif.

Dammaqaa! Ado. 2004

“Yeroo har’aa namoonni baay’een kophaasaanii jiraatu. Akka warra kaanirraa adda baafamanittis itti dhaga’ama. Kun baay’ee kan nama gaddisiisu sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Faarfannaa 25:16 dubbisiif.] Dammaqaan! kun, kophummaa mo’achuu akka dandeenyuuf yaada hojiirra ooluu danda’u nuu kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Ado. 15

“Yeroo ammaatti wanti akkasii kun [fakkii qola barruulchaa itti argisiisi] akka raawwatame utuu dhaga’anii, namoonni tokko tokko amanuuf isaan rakkisaa ta’a. Atoo maal jetta? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Maarqos 4:​39 dubbisiif.] Dinqiiwwan Yesus raawwate, seenaa dhugaa ta’uusaaniitiif ragaa maaliitu jira? Masaraan Eegumsaa kun gaaffii kanaaf deebii kenna.”

July 22

“Yeroo har’aa kanatti, yakkitoonni namoota hin shakkine gowwoomsuuf utuu walirraa hin kutin mala haaraa uumaa jiru. Kun si yaaddessee beekaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dammaqaan! kun, akka hin gowwoomfamneef dursinee of eeggannoowwan akkamii gochuu akka dandeenyu ibsa. Fakkeenya 22:3 dubbisiif.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi