LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/08 ful. 6
  • Saanduqa Gaaffii–1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii–1
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kitaaba “Jaalala Waaqayyoo” Jedhutti Fayyadamnee Macaafa Qulqulluu Qayyabsiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu —Kitaaba Macaafa Qulqulluu Qayyabachuuf Gargaaru
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Namoonni Wanta Macaafni Qulqulluun Barsiisu Hojiirra Akka Oolchan Gargaaraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Saanduqa Gaaffii
    Tajaajila Mootummaa—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 1/08 ful. 6

Saanduqa Gaaffii–1

◼ Bartoota Macaafa Qulqulluu wajjin kitaabota lamaan kamtu qayyabatamuu qaba?

Kitaabni qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuufis ta’e geggeessuuf nu gargaaru inni guddaan kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhudha. Qayyabannaa jalqabsiisuuf barreeffama akka tiraaktiitti gargaaramuun kan danda’amu ta’uyyuu, utuu hin turin gara kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutti jijjiiruuf carraaqqiin godhamuu qaba. Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutiin qayyabannaa jalqabuudhaan bu’aawwan gaggaariin argamaniiru.

Baratichi Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu jedhamu xumuruudhaan guddina yoo argisiise, kitaabni Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu jedhamu qayyabatamuu qaba. (Qol. 2:7) Kaayyoon kitaaba kanaa fuula 2⁠rratti akkas jechuudhaan ibsameera: Macaafni Qulqulluun, namoonni Waaqayyoon jaallatan dhugaan ‘hammam akka ol fagaatuufi gad fagaatu akka hubatan’ jajjabeessa. (Efe 3:18) Kitaabni kunis kaayyoo kanaaf qophaa’e. Kitaabichi karaa hafuuraa akka guddattuufi daandii isa dhiphaa gara addunyaa haaraa Waaqayyo fidutti geessurra adeemuuf akka qophooftu akka si gargaaru abdanna.

Barataan sun utuu kitaabota lamaan kana hin fixin cuuphamuuf yoo ga’eessa ta’es, hamma kitaabni inni lammataa dhumutti qayyabannaansaa itti fufuu qaba. Barataan kun kan cuuphame yoo ta’eyyuu, obboleessi qayyabannaa geggeessu sa’aatii, deddeebii gaaffiifi qayyabannaa Macaafa Qulqulluu galmeeffachuu danda’a. Babal’isaan obboleessa qayyabannaa geggeessuu wajjin hirmaatus akkasuma sa’aatii galmeeffachuu danda’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi