LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/11 ful. 3
  • Saanduqa Gaaffii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qayyabannaawwan Macaafa Qulqulluu Guddina Argisiisan Geggeessuu
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Qayyabannaawwan Macaafa Qulqulluu Balbala Durattiifi Bilbilaan Godhaman Guddina Akka Argisiisan Gargaaruu
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • 5 Bakkiifi Yeroonsaa Jijjiirama Fidaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 9/11 ful. 3

Saanduqa Gaaffii

◼ Yeroo balbalarratti qayyabsiisnu kadhannaa dhiheessuu qabnaa?

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu kadhannaadhaan jalqabuufi cufuun faayidaa hedduu qaba. Yommuu kadhannaa dhiheessinu, Yihowaan maree keenyarratti hafuura qulqulluusaa akka nuu kennu gaafachaa jirra. (Luq. 11:13) Akkasumas kadhannaan, namni qayyabsiisnu qayyabannaansaa bakka guddaa akka qabu akka hubatu kan isa gargaaru yommuu taʼu, akkamitti kadhachuu akka dandaʼus isa barsiisa. (Luq. 6:40) Kanaaf, hamma dandaʼametti utuu baayʼee hin turin qayyabannaarratti kadhannaa jalqabuun gaariidha. Taʼuyyuu, haalli namootaa addadda waan taʼeef, obboleessi qayyabannaa gaggeessu qayyabannaa balbalarratti godhamurratti kadhannaa dhiheessuuf ykn dhiisuuf yeroo murteessu hubannaa qabaachuu qaba.

Wanti tilmaama keessa galuu qabu inni tokko naannoo qayyabannaan itti gaggeeffamudha. Qofaasaanii yoo taʼan, kadhannaa gabaabaa dhiheessuudhaan saganticha jalqabuufi cufuunsaanii gaariidha. Haataʼu malee, akkas gochuun xiyyeeffannaa namootaa kan harkisuufi nama qayyabattuttis kan itti hin tolle yoo taʼe, hanga naannoo tasgabbaaʼaa taʼetti qayyabachuu dandeessanitti turun gaariidha. Qayyabannaan eessattiyyuu yoo gaggeeffame, kadhannaa dhiheessuu jalqabuu kan qabnu yoom akka taʼe hubannaadhaan murteessuu qabna.—Tajaajila Mootummaa Bitootessa 2005, fuula 4 ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi