LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/11 ful. 7
  • Haala Akkamiirratti Argama?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Haala Akkamiirratti Argama?
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti Hundaa’anii Qophaa’anitti Akka Gaariitti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Saanduqa Gaaffii
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • “Barreeffamakoo Yoo Fudhatte Anis Kankee Nan Fudhadha”
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Barreeffamoota Keenyatti Sirriitti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Tajaajila Mootummaa—2011
km 10/11 ful. 7

Haala Akkamiirratti Argama?

Barreeffama raabsuuf yaanne kamiyyuu ilaalchisee gaaffii kana kaasuun barbaachisaadha. Barreeffamni fiixeensaa dachaʼe, bifasaa dhabe, xuraaʼee ykn moofaʼe kamiyyuu waaʼee jaarmiyaa keenyaa ergaa gadhee kan dabarsu yommuu taʼu, namni haasofsiisnu ergaa miidhagaafi lubbuu namaa baraaru isa barreeffamoota keenya keessatti argamurratti akka hin xiyyeeffanne gochuu dandaʼa.

Barreeffamoota keenya qulqullinaan qabuu kan dandeenyu akkamitti? Babalʼistoonni hedduun barreeffamoota wal fakkaatan bakka tokko kaaʼuu akka dandaʼan, korojoo tajaajilaasaanii qindeessaniiru. Fakkeenyaaf, korojoonsaanii kitaabotaaf, barruuleedhaaf, birooshurootaaf, tiraaktotaafi wantoota kaaniif kutaa addaddaa qaba. Akka barreeffamoonni hin hubamne, Macaafa Qulqulluusaaniis taʼe barreeffama kaan gara korojoo tajaajilaasaanii of eeggannoodhaan deebisu. Babalʼistoonni tokko tokko barreeffamootasaanii doosee ykn korojoo laastikii barreeffamicha mulʼisuun qabatu. Kan fayyadamnu maalittiyyuu yoo taʼe, namootaaf barreeffama hubame kennuudhaan tajaajila keenya komachuuf sababii akka argatan gochuu hin barbaannu.—2 Qor. 6:3.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi